MyDugsiStart learning

Surah Al-A'la in Oromo: translation and audio

Surah 87 · الأعلى · The Most High · 19 verses

Surah Al-A'la verse by verse: the Arabic with a recitation you can repeat, the transliteration, and the Oromo translation by Ghali Apapur Apaghuna. For the meaning of every word, see Surah Al-A'la word by word in English.

Verse 1

سَبِّحِ ٱسْمَ رَبِّكَ ٱلْأَعْلَى

Transliteration sabbiḥi is'ma rabbika l-aʿlā

Oromo Maqaa Gooftaa kee olaanaa ta'ee qulqulleessi.

Verse 2

ٱلَّذِى خَلَقَ فَسَوَّىٰ

Transliteration alladhī khalaqa fasawwā

Oromo Isa (waan hunda) uumee guute.

Verse 3

وَٱلَّذِى قَدَّرَ فَهَدَىٰ

Transliteration wa-alladhī qaddara fahadā

Oromo Isa murteessee qajeelche.

Verse 4

وَٱلَّذِىٓ أَخْرَجَ ٱلْمَرْعَىٰ

Transliteration wa-alladhī akhraja l-marʿā

Oromo Isa marga baase,

Verse 5

فَجَعَلَهُۥ غُثَآءً أَحْوَىٰ

Transliteration fajaʿalahu ghuthāan aḥwā

Oromo Goggogaa gurraacha isa taasise.

Verse 6

سَنُقْرِئُكَ فَلَا تَنسَىٰٓ

Transliteration sanuq'ri-uka falā tansā

Oromo Si qaraasisuuf jirraa hin dagattu

Verse 7

إِلَّا مَا شَآءَ ٱللَّهُ ۚ إِنَّهُۥ يَعْلَمُ ٱلْجَهْرَ وَمَا يَخْفَىٰ

Transliteration illā mā shāa l-lahu innahu yaʿlamu l-jahra wamā yakhfā

Oromo Waan Rabbiin fedhe maleeInni mul’ataafi dhokataas ni beeka.

Verse 8

وَنُيَسِّرُكَ لِلْيُسْرَىٰ

Transliteration wanuyassiruka lil'yus'rā

Oromo Nuti karaa laaftuu taateef si laaffifna

Verse 9

فَذَكِّرْ إِن نَّفَعَتِ ٱلذِّكْرَىٰ

Transliteration fadhakkir in nafaʿati l-dhik'rā

Oromo Yoo yaadachiisni kan fayyadu ta’e yaadachiisi.

Verse 10

سَيَذَّكَّرُ مَن يَخْشَىٰ

Transliteration sayadhakkaru man yakhshā

Oromo Namni Rabbiin sodaatu gorfamuuf jira.

Verse 11

وَيَتَجَنَّبُهَا ٱلْأَشْقَى

Transliteration wayatajannabuhā l-ashqā

Oromo Hoonga'aan ishee irraa fagaata.

Verse 12

ٱلَّذِى يَصْلَى ٱلنَّارَ ٱلْكُبْرَىٰ

Transliteration alladhī yaṣlā l-nāra l-kub'rā

Oromo Inni ibidda guddoo seenu.

Verse 13

ثُمَّ لَا يَمُوتُ فِيهَا وَلَا يَحْيَىٰ

Transliteration thumma lā yamūtu fīhā walā yaḥyā

Oromo Ergasii ishee keessatti hin du'u; hin jiraatus.

Verse 14

قَدْ أَفْلَحَ مَن تَزَكَّىٰ

Transliteration qad aflaḥa man tazakkā

Oromo Dhugumatti, namni of qulqulleeffate milkaa’e.

Verse 15

وَذَكَرَ ٱسْمَ رَبِّهِۦ فَصَلَّىٰ

Transliteration wadhakara is'ma rabbihi faṣallā

Oromo Maqaa Gooftaa isaa dubbatee kan salaate.

Verse 16

بَلْ تُؤْثِرُونَ ٱلْحَيَوٰةَ ٱلدُّنْيَا

Transliteration bal tu'thirūna l-ḥayata l-dun'yā

Oromo Inumaa isin jiruu addunyaa filattu.

Verse 17

وَٱلْـَٔاخِرَةُ خَيْرٌ وَأَبْقَىٰٓ

Transliteration wal-ākhiratu khayrun wa-abqā

Oromo Odoo Aakhiraan caaltuufi haftuu taatee jirtuu [addunyaa filattu].

Verse 18

إِنَّ هَـٰذَا لَفِى ٱلصُّحُفِ ٱلْأُولَىٰ

Transliteration inna hādhā lafī l-ṣuḥufi l-ūlā

Oromo Dhugumatti, kun barreeffamoota duraanii keessa jira.

Verse 19

صُحُفِ إِبْرَٰهِيمَ وَمُوسَىٰ

Transliteration ṣuḥufi ib'rāhīma wamūsā

Oromo Barreeffamoota Ibraahiimifi Muusaa [keessa jira]

Read Surah Al-A'la in another language

All languages

All 114 surahs in Oromo: the Qur’an in Oromo.

Learn it in MyDugsi

Oromo translation: Ghali Apapur Apaghuna, from Quran.com. Transliteration: Quran.com. Recitation: Mishary Alafasy, from EveryAyah.com. MyDugsi is a learning aid, not a replacement for a qualified teacher.