MyDugsiStart learning

Surah Al-Ma'arij in Oromo: translation and audio

Surah 70 · المعارج · The Ascending Stairways · 44 verses

Surah Al-Ma'arij verse by verse: the Arabic with a recitation you can repeat, the transliteration, and the Oromo translation by Ghali Apapur Apaghuna. For the meaning of every word, see Surah Al-Ma'arij word by word in English.

Verse 1

سَأَلَ سَآئِلٌۢ بِعَذَابٍ وَاقِعٍ

Transliteration sa-ala sāilun biʿadhābin wāqiʿin

Oromo Adaba (kaafiroota irratti) argamaa ta'e kadhataan wahii kadhate.

Verse 2

لِّلْكَـٰفِرِينَ لَيْسَ لَهُۥ دَافِعٌ

Transliteration lil'kāfirīna laysa lahu dāfiʿun

Oromo Kan kaafirootatti (argamu kadhate); wanti isa (adabicha) deebisu hin jiru.

Verse 3

مِّنَ ٱللَّهِ ذِى ٱلْمَعَارِجِ

Transliteration mina l-lahi dhī l-maʿāriji

Oromo Rabbii Abbaa kortoowwanii ta'e irraa (argama)

Verse 4

تَعْرُجُ ٱلْمَلَـٰٓئِكَةُ وَٱلرُّوحُ إِلَيْهِ فِى يَوْمٍ كَانَ مِقْدَارُهُۥ خَمْسِينَ أَلْفَ سَنَةٍ

Transliteration taʿruju l-malāikatu wal-rūḥu ilayhi fī yawmin kāna miq'dāruhu khamsīna alfa sanatin

Oromo Malaykonniifi Jibiriil guyyaa shallagni isaa waggoota kuma shantama ta'e keessatti gara Isaa ol koru.

Verse 5

فَٱصْبِرْ صَبْرًا جَمِيلًا

Transliteration fa-iṣ'bir ṣabran jamīlan

Oromo Obsa gaarii obsi.

Verse 6

إِنَّهُمْ يَرَوْنَهُۥ بَعِيدًا

Transliteration innahum yarawnahu baʿīdan

Oromo Isaan (adabicha) fagoo taasisanii isa ilaalu.

Verse 7

وَنَرَىٰهُ قَرِيبًا

Transliteration wanarāhu qarīban

Oromo Nuti immoo dhihootti isa argina.

Verse 8

يَوْمَ تَكُونُ ٱلسَّمَآءُ كَٱلْمُهْلِ

Transliteration yawma takūnu l-samāu kal-muh'li

Oromo Guyyaa Samiin akka meeta baqee taatu.

Verse 9

وَتَكُونُ ٱلْجِبَالُ كَٱلْعِهْنِ

Transliteration watakūnu l-jibālu kal-ʿih'ni

Oromo (Guyyaa) Gaarreenis akka jibrii hiddamee taatu.

Verse 10

وَلَا يَسْـَٔلُ حَمِيمٌ حَمِيمًا

Transliteration walā yasalu ḥamīmun ḥamīman

Oromo (Guyyaa) firri fira hin gaafanne.

Verse 11

يُبَصَّرُونَهُمْ ۚ يَوَدُّ ٱلْمُجْرِمُ لَوْ يَفْتَدِى مِنْ عَذَابِ يَوْمِئِذٍۭ بِبَنِيهِ

Transliteration yubaṣṣarūnahum yawaddu l-muj'rimu law yaftadī min ʿadhābi yawmi-idhin bibanīhi

Oromo Isaan agarsiifamuNamni dilaawaan odoo ilmaan isaa kennee adabbii guyyaa sanii jalaa bilisa ba'ee jaalata.

Verse 12

وَصَـٰحِبَتِهِۦ وَأَخِيهِ

Transliteration waṣāḥibatihi wa-akhīhi

Oromo Niitii isaatiifi obboleessa isaatiinis (odoo bilisa ba’ee jaalata);

Verse 13

وَفَصِيلَتِهِ ٱلَّتِى تُـْٔوِيهِ

Transliteration wafaṣīlatihi allatī tu'wīhi

Oromo Firoota isaa kan ofitti isa maxxanfattuunis;

Verse 14

وَمَن فِى ٱلْأَرْضِ جَمِيعًا ثُمَّ يُنجِيهِ

Transliteration waman fī l-arḍi jamīʿan thumma yunjīhi

Oromo Nama dachii keessaa hunda (kennee) ergasii (fidaan sun) nagaa isa baasuu (jaalata).

Verse 15

كَلَّآ ۖ إِنَّهَا لَظَىٰ

Transliteration kallā innahā laẓā

Oromo Dhorgamaa! Dhugummatti, isheen balala ibiddaati.

Verse 16

نَزَّاعَةً لِّلشَّوَىٰ

Transliteration nazzāʿatan lilshawā

Oromo Buqqiftuu gogaa sammuuti.

Verse 17

تَدْعُوا۟ مَنْ أَدْبَرَ وَتَوَلَّىٰ

Transliteration tadʿū man adbara watawallā

Oromo Nama (amantii irraa) duubatti deebi'ee, gara gale ni waamti.

Verse 18

وَجَمَعَ فَأَوْعَىٰٓ

Transliteration wajamaʿa fa-awʿā

Oromo (Qabeenya) walitti qabee (zakaa odoo hin kennin) lakkaa’u (hunda waamti)

Verse 19

۞ إِنَّ ٱلْإِنسَـٰنَ خُلِقَ هَلُوعًا

Transliteration inna l-insāna khuliqa halūʿan

Oromo Dhugumatti, namni obsa dhabeessa ta'ee uumame.

Verse 20

إِذَا مَسَّهُ ٱلشَّرُّ جَزُوعًا

Transliteration idhā massahu l-sharu jazūʿan

Oromo Yeroo hamtuun isa tuqe dallanaadha (gammachuu dhaba).

Verse 21

وَإِذَا مَسَّهُ ٱلْخَيْرُ مَنُوعًا

Transliteration wa-idhā massahu l-khayru manūʿan

Oromo Yeroo wanti gaariin isa tuqe immoo dhorgataadha.

Verse 22

إِلَّا ٱلْمُصَلِّينَ

Transliteration illā l-muṣalīna

Oromo Warra sagadan malee;

Verse 23

ٱلَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ دَآئِمُونَ

Transliteration alladhīna hum ʿalā ṣalātihim dāimūna

Oromo Isaan salaata isaanii irratti gadi dhaabbatan (dawwaman malee);

Verse 24

وَٱلَّذِينَ فِىٓ أَمْوَٰلِهِمْ حَقٌّ مَّعْلُومٌ

Transliteration wa-alladhīna fī amwālihim ḥaqqun maʿlūmun

Oromo Isaan qabeenya isaanii keessa mirgi beekamaan jiru,

Verse 25

لِّلسَّآئِلِ وَٱلْمَحْرُومِ

Transliteration lilssāili wal-maḥrūmi

Oromo Kadhataafi hiyyeessa hin kadhanneef,

Verse 26

وَٱلَّذِينَ يُصَدِّقُونَ بِيَوْمِ ٱلدِّينِ

Transliteration wa-alladhīna yuṣaddiqūna biyawmi l-dīni

Oromo Isaan Guyyaa Murtii dhugoomsan,

Verse 27

وَٱلَّذِينَ هُم مِّنْ عَذَابِ رَبِّهِم مُّشْفِقُونَ

Transliteration wa-alladhīna hum min ʿadhābi rabbihim mush'fiqūna

Oromo Isaan adabbii Gooftaa isaanii sodaatan(malee kan biroo obsa dhabaa dha).

Verse 28

إِنَّ عَذَابَ رَبِّهِمْ غَيْرُ مَأْمُونٍ

Transliteration inna ʿadhāba rabbihim ghayru mamūnin

Oromo Dhugumatti, adabbiin Gooftaa isaanii amanamaa miti.

Verse 29

وَٱلَّذِينَ هُمْ لِفُرُوجِهِمْ حَـٰفِظُونَ

Transliteration wa-alladhīna hum lifurūjihim ḥāfiẓūna

Oromo Isaan qaama saalaa isaanii tiiksan,

Verse 30

إِلَّا عَلَىٰٓ أَزْوَٰجِهِمْ أَوْ مَا مَلَكَتْ أَيْمَـٰنُهُمْ فَإِنَّهُمْ غَيْرُ مَلُومِينَ

Transliteration illā ʿalā azwājihim aw mā malakat aymānuhum fa-innahum ghayru malūmīna

Oromo Niitolii isaanii yookiin waan mirgi isaanii horatan irratti malee; dhugumatti, isaan komatamoo miti.

Verse 31

فَمَنِ ٱبْتَغَىٰ وَرَآءَ ذَٰلِكَ فَأُو۟لَـٰٓئِكَ هُمُ ٱلْعَادُونَ

Transliteration famani ib'taghā warāa dhālika fa-ulāika humu l-ʿādūna

Oromo Namni sanaan ala barbaade immoo, isaan warra daangaa dabroodha.

Verse 32

وَٱلَّذِينَ هُمْ لِأَمَـٰنَـٰتِهِمْ وَعَهْدِهِمْ رَٰعُونَ

Transliteration wa-alladhīna hum li-amānātihim waʿahdihim rāʿūna

Oromo Ammas isaan amaanaa isaaniitiifi waadaa isaanii eegan,

Verse 33

وَٱلَّذِينَ هُم بِشَهَـٰدَٰتِهِمْ قَآئِمُونَ

Transliteration wa-alladhīna hum bishahādātihim qāimūna

Oromo Isaan ragaa isaaniitiin dhaabbatan,

Verse 34

وَٱلَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ يُحَافِظُونَ

Transliteration wa-alladhīna hum ʿalā ṣalātihim yuḥāfiẓūna

Oromo Isaan salaata isaanii irratti tiikfatan.

Verse 35

أُو۟لَـٰٓئِكَ فِى جَنَّـٰتٍ مُّكْرَمُونَ

Transliteration ulāika fī jannātin muk'ramūna

Oromo Warri sun jannata keessatti kabajamoodha.

Verse 36

فَمَالِ ٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ قِبَلَكَ مُهْطِعِينَ

Transliteration famāli alladhīna kafarū qibalaka muh'ṭiʿīna

Oromo Warra kafareef maaltu jiraayi gara kee ariifatu?

Verse 37

عَنِ ٱلْيَمِينِ وَعَنِ ٱلشِّمَالِ عِزِينَ

Transliteration ʿani l-yamīni waʿani l-shimāli ʿizīna

Oromo Garee gareen mirgaafi bitaa irra guutanii.

Verse 38

أَيَطْمَعُ كُلُّ ٱمْرِئٍ مِّنْهُمْ أَن يُدْخَلَ جَنَّةَ نَعِيمٍ

Transliteration ayaṭmaʿu kullu im'ri-in min'hum an yud'khala jannata naʿīmin

Oromo Sila namni isaan irraa ta'e hundi jannata qananii seensifamuu kajeelaa?

Verse 39

كَلَّآ ۖ إِنَّا خَلَقْنَـٰهُم مِّمَّا يَعْلَمُونَ

Transliteration kallā innā khalaqnāhum mimmā yaʿlamūna

Oromo Haa dhorgamanu! Nuti waanuma isaan beekan irraa isaan uumne.

Verse 40

فَلَآ أُقْسِمُ بِرَبِّ ٱلْمَشَـٰرِقِ وَٱلْمَغَـٰرِبِ إِنَّا لَقَـٰدِرُونَ

Transliteration falā uq'simu birabbi l-mashāriqi wal-maghāribi innā laqādirūna

Oromo Gooftaa Bahaafi Dhiha hedduutiinin kakadhaa! Nuti dhugumatti danda’oodha.

Verse 41

عَلَىٰٓ أَن نُّبَدِّلَ خَيْرًا مِّنْهُمْ وَمَا نَحْنُ بِمَسْبُوقِينَ

Transliteration ʿalā an nubaddila khayran min'hum wamā naḥnu bimasbūqīna

Oromo Namoota isaan irra caalan bakka buusuu irratti (danda'oo dha)Nuti dadhabsiifamoo hin taane.

Verse 42

فَذَرْهُمْ يَخُوضُوا۟ وَيَلْعَبُوا۟ حَتَّىٰ يُلَـٰقُوا۟ يَوْمَهُمُ ٱلَّذِى يُوعَدُونَ

Transliteration fadharhum yakhūḍū wayalʿabū ḥattā yulāqū yawmahumu alladhī yūʿadūna

Oromo Hanga Guyyaa isaaniif beellamame san qunnamanitti, (cubbuu keessa) seenanii haa taphatanii isaan dhiisi.

Verse 43

يَوْمَ يَخْرُجُونَ مِنَ ٱلْأَجْدَاثِ سِرَاعًا كَأَنَّهُمْ إِلَىٰ نُصُبٍ يُوفِضُونَ

Transliteration yawma yakhrujūna mina l-ajdāthi sirāʿan ka-annahum ilā nuṣubin yūfiḍūna

Oromo Guyyaa qabrii irraa arifataa ba'an isaan waan gara taabotaa dhangala'an fakkaatu.

Verse 44

خَـٰشِعَةً أَبْصَـٰرُهُمْ تَرْهَقُهُمْ ذِلَّةٌ ۚ ذَٰلِكَ ٱلْيَوْمُ ٱلَّذِى كَانُوا۟ يُوعَدُونَ

Transliteration khāshiʿatan abṣāruhum tarhaquhum dhillatun dhālika l-yawmu alladhī kānū yūʿadūna

Oromo Ijji isaanii xiqqaattee salphinni isaan haguugdiSun guyyaa isaan isa sodaachifamaa turaniidha.

Read Surah Al-Ma'arij in another language

All languages

All 114 surahs in Oromo: the Qur’an in Oromo.

Learn it in MyDugsi

Oromo translation: Ghali Apapur Apaghuna, from Quran.com. Transliteration: Quran.com. Recitation: Mishary Alafasy, from EveryAyah.com. MyDugsi is a learning aid, not a replacement for a qualified teacher.