Surah Al-Buruj in Oromo: translation and audio
Surah 85 · البروج · The Mansions of the Stars · 22 verses
Surah Al-Buruj verse by verse: the Arabic with a recitation you can repeat, the transliteration, and the Oromo translation by Ghali Apapur Apaghuna. For the meaning of every word, see Surah Al-Buruj word by word in English.
Verse 1
وَٱلسَّمَآءِ ذَاتِ ٱلْبُرُوجِ
Transliteration wal-samāi dhāti l-burūji
Oromo Samii abbaa orbitii urjiitiin (nan kakadha).
Verse 2
وَٱلْيَوْمِ ٱلْمَوْعُودِ
Transliteration wal-yawmi l-mawʿūdi
Oromo Guyyaa beellamamaanis,
Verse 3
وَشَاهِدٍ وَمَشْهُودٍ
Transliteration washāhidin wamashhūdin
Oromo Ragaa ba'aafi warra ragaan itti ba'amuunis (nan kakadhaa),
Verse 4
قُتِلَ أَصْحَـٰبُ ٱلْأُخْدُودِ
Transliteration qutila aṣḥābu l-ukh'dūdi
Oromo Warri boollaa abaaraman
Verse 5
ٱلنَّارِ ذَاتِ ٱلْوَقُودِ
Transliteration al-nāri dhāti l-waqūdi
Oromo (Warri) ibidda boba’aa.
Verse 6
إِذْ هُمْ عَلَيْهَا قُعُودٌ
Transliteration idh hum ʿalayhā quʿūdun
Oromo Yeroo isaan ishee irra taa'an,
Verse 7
وَهُمْ عَلَىٰ مَا يَفْعَلُونَ بِٱلْمُؤْمِنِينَ شُهُودٌ
Transliteration wahum ʿalā mā yafʿalūna bil-mu'minīna shuhūdun
Oromo Isaan waan mu'imintootatti hojjatan irratti hirmaattota.
Verse 8
وَمَا نَقَمُوا۟ مِنْهُمْ إِلَّآ أَن يُؤْمِنُوا۟ بِٱللَّهِ ٱلْعَزِيزِ ٱلْحَمِيدِ
Transliteration wamā naqamū min'hum illā an yu'minū bil-lahi l-ʿazīzi l-ḥamīdi
Oromo Rabbii injifataa, faarfamaatti amanuu malee homaa isaan irraa haaloo hin ba’anne.
Verse 9
ٱلَّذِى لَهُۥ مُلْكُ ٱلسَّمَـٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِ ۚ وَٱللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَىْءٍ شَهِيدٌ
Transliteration alladhī lahu mul'ku l-samāwāti wal-arḍi wal-lahu ʿalā kulli shayin shahīdun
Oromo (Rabbiin) Isa mootummaan samiifi dachii Isaaf ta'eedhaRabbiin waan hunda irratti ragaadha.
Verse 10
إِنَّ ٱلَّذِينَ فَتَنُوا۟ ٱلْمُؤْمِنِينَ وَٱلْمُؤْمِنَـٰتِ ثُمَّ لَمْ يَتُوبُوا۟ فَلَهُمْ عَذَابُ جَهَنَّمَ وَلَهُمْ عَذَابُ ٱلْحَرِيقِ
Transliteration inna alladhīna fatanū l-mu'minīna wal-mu'mināti thumma lam yatūbū falahum ʿadhābu jahannama walahum ʿadhābu l-ḥarīqi
Oromo Dhugumatti, isaan mu'imintoota dhiiraafi dubartootaa rakkisanii ergasii gara Rabbii isaanii kan hin deebi'Islaamni (hin tawbatin) isaaniif adabbii jahannamtu jira; ammas isaaniif adabbii gubaatu jira.
Verse 11
إِنَّ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَعَمِلُوا۟ ٱلصَّـٰلِحَـٰتِ لَهُمْ جَنَّـٰتٌ تَجْرِى مِن تَحْتِهَا ٱلْأَنْهَـٰرُ ۚ ذَٰلِكَ ٱلْفَوْزُ ٱلْكَبِيرُ
Transliteration inna alladhīna āmanū waʿamilū l-ṣāliḥāti lahum jannātun tajrī min taḥtihā l-anhāru dhālika l-fawzu l-kabīru
Oromo Dhugumatti, isaan amananii gaggaarii hojjatan, isaaniif ashaakiltiiwwan laggeen jala ishee yaatutu jiraSun milkii guddaadha.
Verse 12
إِنَّ بَطْشَ رَبِّكَ لَشَدِيدٌ
Transliteration inna baṭsha rabbika lashadīdun
Oromo Dhugumatti, qabaan Gooftaa keetii daran cimaadha.
Verse 13
إِنَّهُۥ هُوَ يُبْدِئُ وَيُعِيدُ
Transliteration innahu huwa yub'di-u wayuʿīdu
Oromo Inni Isumatu [uumama] jalqaba; (du'a boodas) ni deebisa.
Verse 14
وَهُوَ ٱلْغَفُورُ ٱلْوَدُودُ
Transliteration wahuwa l-ghafūru l-wadūdu
Oromo Inni akkaan araaramaa, akkaan jaalataadha
Verse 15
ذُو ٱلْعَرْشِ ٱلْمَجِيدُ
Transliteration dhū l-ʿarshi l-majīdu
Oromo (Inni) abbaa Arshiiti; guddaadha.
Verse 16
فَعَّالٌ لِّمَا يُرِيدُ
Transliteration faʿʿālun limā yurīdu
Oromo Waan fedhe akkaan hojjataadha.
Verse 17
هَلْ أَتَىٰكَ حَدِيثُ ٱلْجُنُودِ
Transliteration hal atāka ḥadīthu l-junūdi
Oromo Sila oduun humna waraanaa si ga'eeraa?
Verse 18
فِرْعَوْنَ وَثَمُودَ
Transliteration fir'ʿawna wathamūda
Oromo (Waraana) Fir'awniifi Samuud.
Verse 19
بَلِ ٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ فِى تَكْذِيبٍ
Transliteration bali alladhīna kafarū fī takdhībin
Oromo Dhugumatti, isaan kafaran kijibsiisuu keessa jiru.
Verse 20
وَٱللَّهُ مِن وَرَآئِهِم مُّحِيطٌۢ
Transliteration wal-lahu min warāihim muḥīṭun
Oromo Rabbiin immoo duuba isaanii irraan marsaadha.
Verse 21
بَلْ هُوَ قُرْءَانٌ مَّجِيدٌ
Transliteration bal huwa qur'ānun majīdun
Oromo Dhugumatti, inni Qur'aana guddaadha.
Verse 22
فِى لَوْحٍ مَّحْفُوظٍۭ
Transliteration fī lawḥin maḥfūẓin
Oromo Luuhii tiikfamaa keessa jira.
Read Surah Al-Buruj in another language
- English (word by word)
- Albanian
- Amazigh
- Amharic
- Assamese
- Azerbaijani
- Bambara
- Bangla
- Bosnian
- Bulgarian
- Chechen
- Chinese
- Czech
- Dari
- Dhivehi
- Dutch
- Finnish
- French
- German
- Gujarati
- Hausa
- Hebrew
- Hindi
- Indonesian
- Italian
- Japanese
- Kannada
- Kazakh
- Khmer
- Kinyarwanda
- Korean
- Kurdish
- Luganda
- Malay
- Malayalam
- Maranao
- Marathi
- Nepali
- Norwegian
- Pashto
- Persian
- Polish
- Portuguese
- Romanian
- Russian
- Sindhi
- Sinhala
- Somali
- Spanish
- Swahili
- Swedish
- Tagalog
- Tajik
- Tamil
- Tatar
- Telugu
- Thai
- Turkish
- Ukrainian
- Urdu
- Uyghur
- Uzbek
- Vietnamese
- Yao
- Yoruba
All 114 surahs in Oromo: the Qur’an in Oromo.
Oromo translation: Ghali Apapur Apaghuna, from Quran.com. Transliteration: Quran.com. Recitation: Mishary Alafasy, from EveryAyah.com. MyDugsi is a learning aid, not a replacement for a qualified teacher.